Al-Hijr · 30/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
فَسَجَدَ الْمَلَائِكَةُ كُلُّهُمْ أَجْمَعُونَ ۝٣٠
Fasajadal malaaa`ikatu kulluhum ajma`oon
📖 Afaan Oromoon
Maleeykonni hundi walumaa galatti sujuuda bu’an

🎧 Caqasi


📜 Aayah 28-32 — Suuratu Al-Hijr

28وَإِذْ قَالَ رَبُّكَ لِلْمَلَائِكَةِ إِنِّي خَالِقٌ بَشَرًا مِّن صَلْصَالٍ مِّنْ حَمَإٍ مَّسْنُونٍ
Yeroo Gooftaan kee maleeykotaan jedhe [yaadadhu]:“Ani nama suphee (faara) dhoqqee jijjiiramarraa ta’e irraa uumaadha
29فَإِذَا سَوَّيْتُهُ وَنَفَخْتُ فِيهِ مِن رُّوحِي فَقَعُوا لَهُ سَاجِدِينَ
Yeroo Ani isa sirreessee ruuhii (uumaa) kiyya irraa ta’e isa keessatti afuufe, kan sujuuddan ta’aatii isaaf kufaa
30فَسَجَدَ الْمَلَائِكَةُ كُلُّهُمْ أَجْمَعُونَ
Maleeykonni hundi walumaa galatti sujuuda bu’an
31إِلَّا إِبْلِيسَ أَبَىٰ أَن يَكُونَ مَعَ السَّاجِدِينَ
Garuu Ibliis warra sujuuda bu’an irraa ta’uu ni dide
32قَالَ يَا إِبْلِيسُ مَا لَكَ أَلَّا تَكُونَ مَعَ السَّاجِدِينَ
(Rabbiin) “Yaa Ibliis! Maaliif warra sujuuda bu’an irraa ta’uu didde?” jedhee
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 30

Suuratu Al-Hijr Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Maleeykonni hundi walumaa galatti sujuuda bu’an

Suuratu Aayah 30/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers