Al-Hijr · 46/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ آمِنِينَ ۝٤٦
Udkhuloohaa bisalaamin aamineen
📖 Afaan Oromoon
“Nagaan tasgabbaa’aa ishee seenaa” (jedhamaan)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu Al-Hijr

44لَهَا سَبْعَةُ أَبْوَابٍ لِّكُلِّ بَابٍ مِّنْهُمْ جُزْءٌ مَّقْسُومٌ
Isheedhaafis balbala torbatu jiraTokko tokkoon balbalaatiif isaan irraa qooda ramadamaatu jira.”
45إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri (Rabbiin) sodaatan ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessa jiru
46ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ آمِنِينَ
“Nagaan tasgabbaa’aa ishee seenaa” (jedhamaan)
47وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ إِخْوَانًا عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Obboleeyyan siree irratti walitti garagaggalan ta’anii jibbaa irraa waan qoma isaanii keessa jiru baafne
48لَا يَمَسُّهُمْ فِيهَا نَصَبٌ وَمَا هُم مِّنْهَا بِمُخْرَجِينَ
Ishee keessatti dadhabbiin isaan hin tuquIsaanis ishee irraa hin baafamanu
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 46

Suuratu Al-Hijr Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Nagaan tasgabbaa’aa ishee seenaa” (jedhamaan)

Suuratu Aayah 46/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers