Al-Hijr · 45/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ ۝٤٥
Innal muttaqeena fee Jannaatinw wa `uyoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, warri (Rabbiin) sodaatan ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessa jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 43-47 — Suuratu Al-Hijr

43وَإِنَّ جَهَنَّمَ لَمَوْعِدُهُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti jahannam (isaafi hordoftoota isaatiif) walumaagalatti beellama isaaniiti
44لَهَا سَبْعَةُ أَبْوَابٍ لِّكُلِّ بَابٍ مِّنْهُمْ جُزْءٌ مَّقْسُومٌ
Isheedhaafis balbala torbatu jiraTokko tokkoon balbalaatiif isaan irraa qooda ramadamaatu jira.”
45إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri (Rabbiin) sodaatan ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessa jiru
46ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ آمِنِينَ
“Nagaan tasgabbaa’aa ishee seenaa” (jedhamaan)
47وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ إِخْوَانًا عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Obboleeyyan siree irratti walitti garagaggalan ta’anii jibbaa irraa waan qoma isaanii keessa jiru baafne
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 45

Suuratu Al-Hijr Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, warri (Rabbiin) sodaatan ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessa jiru

Suuratu Aayah 45/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers