Al-Hijr · 47/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ إِخْوَانًا عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ ۝٤٧
Wa naza`naa ma fee sudoorihim min ghillin ikhwaanan `alaa sururim mutaqaabileen
📖 Afaan Oromoon
Obboleeyyan siree irratti walitti garagaggalan ta’anii jibbaa irraa waan qoma isaanii keessa jiru baafne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 45-49 — Suuratu Al-Hijr

45إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri (Rabbiin) sodaatan ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessa jiru
46ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ آمِنِينَ
“Nagaan tasgabbaa’aa ishee seenaa” (jedhamaan)
47وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ إِخْوَانًا عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Obboleeyyan siree irratti walitti garagaggalan ta’anii jibbaa irraa waan qoma isaanii keessa jiru baafne
48لَا يَمَسُّهُمْ فِيهَا نَصَبٌ وَمَا هُم مِّنْهَا بِمُخْرَجِينَ
Ishee keessatti dadhabbiin isaan hin tuquIsaanis ishee irraa hin baafamanu
49۞ نَبِّئْ عِبَادِي أَنِّي أَنَا الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
“Ani dhugumatti Anatu araaramaa, rahmata godhaadha” jechuu gabroota kiyyatti odeessi
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 47

Suuratu Al-Hijr Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Obboleeyyan siree irratti walitti garagaggalan ta’anii jibbaa irraa waan qoma…

Suuratu Aayah 47/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers