An-Nahl · 1/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
أَتَىٰ أَمْرُ اللَّهِ فَلَا تَسْتَعْجِلُوهُ ۚ سُبْحَانَهُ وَتَعَالَىٰ عَمَّا يُشْرِكُونَ ۝١
Ataaa amrullaahi falaa tasta`jilooh; Subhaanahoo wa Ta`aalaa `ammaa yushrikoon
📖 Afaan Oromoon
Ajajni Rabbii (Guyyaan Qiyaamaa) dhufee, kanaafuu isa hin ariifachiisinaa(Rabbiin) waan isaan Isatti qindeessan irraa qulqullaa’ee ol ta’eera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu An-Nahl

1أَتَىٰ أَمْرُ اللَّهِ فَلَا تَسْتَعْجِلُوهُ ۚ سُبْحَانَهُ وَتَعَالَىٰ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Ajajni Rabbii (Guyyaan Qiyaamaa) dhufee, kanaafuu isa hin ariifachiisinaa(Rabbiin) waan isaan Isatti qindeessan irraa qulqullaa’ee ol ta’eera
2يُنَزِّلُ الْمَلَائِكَةَ بِالرُّوحِ مِنْ أَمْرِهِ عَلَىٰ مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ أَنْ أَنذِرُوا أَنَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا أَنَا فَاتَّقُونِ
Maleeykota wahyiidhaan eeyyama Isaatiin gabroota Isaa irraa nama fedhe irratti buusa“(kaafiroota adabaan) akeekkachiisaaDubbiin, Gooftaan dhugaan gabbaramu Ana malee hin jiru; Anuma sodaadhaa” jechuun (malaykaa buusa)
3خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ بِالْحَقِّ ۚ تَعَالَىٰ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Samiifi dachii dhugaadhaan uumeeraInni waan isaan (Isatti) qindeessan irraa ol ta’eera
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 1

Suuratu An-Nahl Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ajajni Rabbii (Guyyaan Qiyaamaa) dhufee, kanaafuu isa hin ariifachiisinaa(Rabbiin) waan…

Suuratu Aayah 1/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers