An-Nahl · 109/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
لَا جَرَمَ أَنَّهُمْ فِي الْآخِرَةِ هُمُ الْخَاسِرُونَ ۝١٠٩
Laa jarama annnahum fil Aakhirati humul khassiroon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti isaan Aakhiraatti isaanumatu hoonga’oo ta’uutti shakkiin hin jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 107-111 — Suuratu An-Nahl

107ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمُ اسْتَحَبُّوا الْحَيَاةَ الدُّنْيَا عَلَى الْآخِرَةِ وَأَنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الْكَافِرِينَ
Kun waan isaan jireenya addunyaa Aakhiraa caalaa jaalataniifi Rabbiinis ummata kaafirootaa waan hin jaallanneefi
108أُولَٰئِكَ الَّذِينَ طَبَعَ اللَّهُ عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ وَسَمْعِهِمْ وَأَبْصَارِهِمْ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْغَافِلُونَ
Isaan warra Rabbiin onnee isaanii, dhageettii isaaniifi agartuu isaanii irratti cufeedhaIsaan sun isaanumatu dagattoota
109لَا جَرَمَ أَنَّهُمْ فِي الْآخِرَةِ هُمُ الْخَاسِرُونَ
Dhugumatti isaan Aakhiraatti isaanumatu hoonga’oo ta’uutti shakkiin hin jiru
110ثُمَّ إِنَّ رَبَّكَ لِلَّذِينَ هَاجَرُوا مِن بَعْدِ مَا فُتِنُوا ثُمَّ جَاهَدُوا وَصَبَرُوا إِنَّ رَبَّكَ مِن بَعْدِهَا لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
Ergasii Gooftaan kee isaan erga rakkifamanii booda godaananii, ergasii qabsaa’anii, obsaniif (araaramaa, rahmata godhaa dha); dhugumatti Gooftaan kee booda isheetii (rakkifamuutii) araaramaa, rahmata godhaadha
111۞ يَوْمَ تَأْتِي كُلُّ نَفْسٍ تُجَادِلُ عَن نَّفْسِهَا وَتُوَفَّىٰ كُلُّ نَفْسٍ مَّا عَمِلَتْ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ
Guyyaa lubbuun hundi kan ofirraa mormitu taatee dhuftuufi Isaan kan hin miidhamne ta’anii lubbuun hundi waan dalagdeen mindeeffamtu [yaadadhu]
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
109Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 109

Suuratu An-Nahl Aayah 109 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti isaan Aakhiraatti isaanumatu hoonga’oo ta’uutti shakkiin hin jiru

Suuratu Aayah 109/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 107–111. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers