An-Nahl · 64/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَمَا أَنزَلْنَا عَلَيْكَ الْكِتَابَ إِلَّا لِتُبَيِّنَ لَهُمُ الَّذِي اخْتَلَفُوا فِيهِ ۙ وَهُدًى وَرَحْمَةً لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ ۝٦٤
Wa maaa anzalnaa `alaikal Kitaaba illaa litubaiyina lahumul lazikh talafoo feehi wa hudanw wa rahmatal liqawminy yu`minoon
📖 Afaan Oromoon
Mu’uminootaaf qajeelumaafi rahmata ta’ee akka waan isaan isa keessatti wal dhaban isaaniif addeessituuf malee (waa biraatiif) Nuti kitaaba sirratti hin buufne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 62-66 — Suuratu An-Nahl

62وَيَجْعَلُونَ لِلَّهِ مَا يَكْرَهُونَ وَتَصِفُ أَلْسِنَتُهُمُ الْكَذِبَ أَنَّ لَهُمُ الْحُسْنَىٰ ۖ لَا جَرَمَ أَنَّ لَهُمُ النَّارَ وَأَنَّهُم مُّفْرَطُونَ
Waan ofii jibbanis Rabbiif taasisu“Toltuun (Jannanni) numaafi” (jechuun) Arrabni isaaniis kijiba dubbattiIbiddi isaaniif ta’ee isaan (gara ishee) jalqaba oofamuutti shakkiin hin jiru
63تَاللَّهِ لَقَدْ أَرْسَلْنَا إِلَىٰ أُمَمٍ مِّن قَبْلِكَ فَزَيَّنَ لَهُمُ الشَّيْطَانُ أَعْمَالَهُمْ فَهُوَ وَلِيُّهُمُ الْيَوْمَ وَلَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Rabbitti kakadhee! Dhugumatti, Nuti gara ummatoota si duraa (ergamtoota) erginee jirraSheyxaannis dalagaa isaanii isaaniif miidhagsee jiraInni (sheyxaanni) har’a jaalallee (gargaaraa) isaaniitiIsaaniifis adabbii laalessaa ta’etu jira
64وَمَا أَنزَلْنَا عَلَيْكَ الْكِتَابَ إِلَّا لِتُبَيِّنَ لَهُمُ الَّذِي اخْتَلَفُوا فِيهِ ۙ وَهُدًى وَرَحْمَةً لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Mu’uminootaaf qajeelumaafi rahmata ta’ee akka waan isaan isa keessatti wal dhaban isaaniif addeessituuf malee (waa biraatiif) Nuti kitaaba sirratti hin buufne
65وَاللَّهُ أَنزَلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَأَحْيَا بِهِ الْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَا ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَسْمَعُونَ
Rabbiin samii irraa bishaan buusee dachiis erga isheen duute booda ittiin jiraachiseDhugumatti kana keessa ummata dhaga’aniif mallattootu jira
66وَإِنَّ لَكُمْ فِي الْأَنْعَامِ لَعِبْرَةً ۖ نُّسْقِيكُم مِّمَّا فِي بُطُونِهِ مِن بَيْنِ فَرْثٍ وَدَمٍ لَّبَنًا خَالِصًا سَائِغًا لِّلشَّارِبِينَ
Dhugumatti beellada keessas xiinxalatu isiniif jiraWaan garaa isaanii keessa jiru irraa cumaafi dhiiga gidduu aannan qulqulluu dhugdootaaf gadi liqimfamaa ta’e isin obaafna
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
64Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 64

Suuratu An-Nahl Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mu’uminootaaf qajeelumaafi rahmata ta’ee akka waan isaan isa keessatti wal…

Suuratu Aayah 64/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers