Al-Baqarah · 137/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Baqarah
فَإِنْ آمَنُوا بِمِثْلِ مَا آمَنتُم بِهِ فَقَدِ اهْتَدَوا ۖ وَّإِن تَوَلَّوْا فَإِنَّمَا هُمْ فِي شِقَاقٍ ۖ فَسَيَكْفِيكَهُمُ اللَّهُ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ ۝١٣٧
Fa in aamanoo bimisli maaa aamantum bihee faqadih tadaw wa in tawallaw fa innamaa hum fee shiqaaq; fasayakfeekahumul laah; wa Huwas Samee`ul Aleem
📖 Afaan Oromoon
Yoo fakkaataa waan isin itti amantaniititti amananiif dhugumatti qajeelaniiruYoo isa irraa gara galan immoo isaan wal faallessuu qofa keessa jiruRabbiinis isaan siif ga’a (sirraa dhorga)Innis akkaan dhagayaa, akkaan beekaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 135-139 — Suuratu Al-Baqarah

135وَقَالُوا كُونُوا هُودًا أَوْ نَصَارَىٰ تَهْتَدُوا ۗ قُلْ بَلْ مِلَّةَ إِبْرَاهِيمَ حَنِيفًا ۖ وَمَا كَانَ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Ni qajeeltuu Yahuudaa yookiin Kiristaanota ta’aa" jedhan"Dhugaatti karaa Ibraahiim isa qajeelaa ta’e (hordofna); Innis mushrikoota irraa hin taane" jedhi
136قُولُوا آمَنَّا بِاللَّهِ وَمَا أُنزِلَ إِلَيْنَا وَمَا أُنزِلَ إِلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَإِسْمَاعِيلَ وَإِسْحَاقَ وَيَعْقُوبَ وَالْأَسْبَاطِ وَمَا أُوتِيَ مُوسَىٰ وَعِيسَىٰ وَمَا أُوتِيَ النَّبِيُّونَ مِن رَّبِّهِمْ لَا نُفَرِّقُ بَيْنَ أَحَدٍ مِّنْهُمْ وَنَحْنُ لَهُ مُسْلِمُونَ
(Mu’uminoonni) jedhaa: “Nuti Rabbitti amannee jirra; waan gara keenyatti buufamettis; waan gara Ibraahiim, Ismaa’iil, Isihaaq, Ya’aquubii[]fi Asbaaxitti buufametti (amannee jirra)Waan Muusaafi Iisaan kennamanittisWaan nabiyyootaaf Gooftaa isaanii irraa kennamettis (amannee jirra)Isaan irraa gidduu nama tokkoos addaan hin baafnuNutis warra Isaaf butameedha.”
137فَإِنْ آمَنُوا بِمِثْلِ مَا آمَنتُم بِهِ فَقَدِ اهْتَدَوا ۖ وَّإِن تَوَلَّوْا فَإِنَّمَا هُمْ فِي شِقَاقٍ ۖ فَسَيَكْفِيكَهُمُ اللَّهُ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Yoo fakkaataa waan isin itti amantaniititti amananiif dhugumatti qajeelaniiruYoo isa irraa gara galan immoo isaan wal faallessuu qofa keessa jiruRabbiinis isaan siif ga’a (sirraa dhorga)Innis akkaan dhagayaa, akkaan beekaadha
138صِبْغَةَ اللَّهِ ۖ وَمَنْ أَحْسَنُ مِنَ اللَّهِ صِبْغَةً ۖ وَنَحْنُ لَهُ عَابِدُونَ
Halluu Rabbii isa uumamaa (amantii Isaa) (qabadhaa)Namni Rabbirra halluu dibuu tolchu eenyu? Nuti isuma gabbarra
139قُلْ أَتُحَاجُّونَنَا فِي اللَّهِ وَهُوَ رَبُّنَا وَرَبُّكُمْ وَلَنَا أَعْمَالُنَا وَلَكُمْ أَعْمَالُكُمْ وَنَحْنُ لَهُ مُخْلِصُونَ
(Yaa Muhammad! Yahuudotaafi Kiristaanotaan) jedhi: “odoo Inni Gooftaa keenyaafi Gooftaa keessan ta’ee jiruu, nuufis dalagaan keenya, isiniifis dalagaan keessan jiruu, waa’ee Rabbii keessatti nuun falmituu? Nuti (amantii) Isaaf qulqulleessoodha
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
137Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 137

Suuratu Al-Baqarah Aayah 137 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo fakkaataa waan isin itti amantaniititti amananiif dhugumatti qajeelaniiruYoo isa…

Suuratu Aayah 137/286 — Suuratu Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Baqarah Caqasi, Suuratu Al-Baqarah Hiikkaa, Suuratu Al-Baqarah mp3, Suuratu Al-Baqarah pdf. Aayah 135–139. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers