Taha · 49/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Taha
قَالَ فَمَن رَّبُّكُمَا يَا مُوسَىٰ ۝٤٩
Qaala famar Rabbu kumaa yaa Moosa
📖 Afaan Oromoon
(Fir’awn): “Yaa Muusaa! Gooftaan keessan eenyu?” jedhe
🎧 Caqasi

📜 Aayah 47-51 — Taha

47فَأْتِيَاهُ فَقُولَا إِنَّا رَسُولَا رَبِّكَ فَأَرْسِلْ مَعَنَا بَنِي إِسْرَائِيلَ وَلَا تُعَذِّبْهُمْ ۖ قَدْ جِئْنَاكَ بِآيَةٍ مِّن رَّبِّكَ ۖ وَالسَّلَامُ عَلَىٰ مَنِ اتَّبَعَ الْهُدَىٰ
Isin lachanuu isa bira dhaqaa: ‘Dhugumatti, nuti ergamtoota Gooftaa keetiiti; ilmaan Israa’iil nu waliin ergi; isaan hin adabinis; dhugumatti, nuti mallattoon Gooftaa kee biraa sitti dhufneNageenyis nama qajeelfama (Rabbii) hordofe irratti’ jedhaanii
48إِنَّا قَدْ أُوحِيَ إِلَيْنَا أَنَّ الْعَذَابَ عَلَىٰ مَن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
“Dhugumatti, adabbiin nama sobsiisee garagale irratti ta’uun gara keenyatti wahyiin godhameera.”
49قَالَ فَمَن رَّبُّكُمَا يَا مُوسَىٰ
(Fir’awn): “Yaa Muusaa! Gooftaan keessan eenyu?” jedhe
50قَالَ رَبُّنَا الَّذِي أَعْطَىٰ كُلَّ شَيْءٍ خَلْقَهُ ثُمَّ هَدَىٰ
(Muusaan) ni jedhe: “Gooftaan keenya Isa (waan hunda) akkaataa uumama isaa isaaf kennee sana booda isa qajeelcheedha.”
51قَالَ فَمَا بَالُ الْقُرُونِ الْأُولَىٰ
(Fir’awn) ni jedhe: “Haalli ummata darbanii hoo akkam ta’a?”
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Taha 49

Suuratu Taha Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Fir’awn): “Yaa Muusaa! Gooftaan keessan eenyu?” jedhe

Suuratu Aayah 49/135 — Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Taha Caqasi, Taha Hiikkaa, Taha mp3, Taha pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers