Taha · 50/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
قَالَ رَبُّنَا الَّذِي أَعْطَىٰ كُلَّ شَيْءٍ خَلْقَهُ ثُمَّ هَدَىٰ ۝٥٠
Qaala Rabbunal lazeee a`taa kulla shai`in khalqahoo summa hadaa
📖 Afaan Oromoon
(Muusaan) ni jedhe: “Gooftaan keenya Isa (waan hunda) akkaataa uumama isaa isaaf kennee sana booda isa qajeelcheedha.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 48-52 — Suuratu Taha

48إِنَّا قَدْ أُوحِيَ إِلَيْنَا أَنَّ الْعَذَابَ عَلَىٰ مَن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
“Dhugumatti, adabbiin nama sobsiisee garagale irratti ta’uun gara keenyatti wahyiin godhameera.”
49قَالَ فَمَن رَّبُّكُمَا يَا مُوسَىٰ
(Fir’awn): “Yaa Muusaa! Gooftaan keessan eenyu?” jedhe
50قَالَ رَبُّنَا الَّذِي أَعْطَىٰ كُلَّ شَيْءٍ خَلْقَهُ ثُمَّ هَدَىٰ
(Muusaan) ni jedhe: “Gooftaan keenya Isa (waan hunda) akkaataa uumama isaa isaaf kennee sana booda isa qajeelcheedha.”
51قَالَ فَمَا بَالُ الْقُرُونِ الْأُولَىٰ
(Fir’awn) ni jedhe: “Haalli ummata darbanii hoo akkam ta’a?”
52قَالَ عِلْمُهَا عِندَ رَبِّي فِي كِتَابٍ ۖ لَّا يَضِلُّ رَبِّي وَلَا يَنسَى
(Muusaanis) ni jedhe: “Beekumsi ishee Gooftaa kiyya bira galmee keessa jiraGooftaan kiyya hin dogoggoru; hin irranfatus.”
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Taha 50

Suuratu Taha Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Muusaan) ni jedhe: “Gooftaan keenya Isa (waan hunda) akkaataa uumama…

Suuratu Aayah 50/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers