Al-Anbiya · 64/112
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anbiya
فَرَجَعُوا إِلَىٰ أَنفُسِهِمْ فَقَالُوا إِنَّكُمْ أَنتُمُ الظَّالِمُونَ ۝٦٤
Faraja`ooo ilaaa anfusihim faqaalooo innakum antumuz zaalimoon
📖 Afaan Oromoon
Gara lubbuu isaanii deebi’anii “isin isinumatu miidhaa raawwattoota” jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 62-66 — Suuratu Al-Anbiya

62قَالُوا أَأَنتَ فَعَلْتَ هَٰذَا بِآلِهَتِنَا يَا إِبْرَاهِيمُ
“Sila situ gabbaramtoota keenya irratti (yakka) kana raawwatee Yaa Ibraahiim?” jedhan
63قَالَ بَلْ فَعَلَهُ كَبِيرُهُمْ هَٰذَا فَاسْأَلُوهُمْ إِن كَانُوا يَنطِقُونَ
(Ibraahiimis) “Lakkii, guddaa isaaniitu kana hojjateYoo kan dubbatan ta’aniif isaan gaafadhaa” jedhe
64فَرَجَعُوا إِلَىٰ أَنفُسِهِمْ فَقَالُوا إِنَّكُمْ أَنتُمُ الظَّالِمُونَ
Gara lubbuu isaanii deebi’anii “isin isinumatu miidhaa raawwattoota” jedhan
65ثُمَّ نُكِسُوا عَلَىٰ رُءُوسِهِمْ لَقَدْ عَلِمْتَ مَا هَٰؤُلَاءِ يَنطِقُونَ
Sana booda mataa isaanii lafatti gadi deebisanii “ati dhugumatti, isaan kun hin dubbatanuu beektee jirta (maaliif kana jetta?)” jedhan
66قَالَ أَفَتَعْبُدُونَ مِن دُونِ اللَّهِ مَا لَا يَنفَعُكُمْ شَيْئًا وَلَا يَضُرُّكُمْ
(Ibraahiim) ni jedhe: “Sila Rabbiin ala waan homaa isin hin fayyadneefi isin hin miine gabbartuu
Al-AnbiyaTarreeffama Qur'ana
112Aayah
MeccanRevelation
64Aayah

Hiikkaa — Al-Anbiya 64

Suuratu Al-Anbiya Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara lubbuu isaanii deebi’anii “isin isinumatu miidhaa raawwattoota” jedhan

Suuratu Aayah 64/112 — Suuratu Al-Anbiya الأنبياء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anbiya Caqasi, Suuratu Al-Anbiya Hiikkaa, Suuratu Al-Anbiya mp3, Suuratu Al-Anbiya pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers