Al-Hajj · 66/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
وَهُوَ الَّذِي أَحْيَاكُمْ ثُمَّ يُمِيتُكُمْ ثُمَّ يُحْيِيكُمْ ۗ إِنَّ الْإِنسَانَ لَكَفُورٌ ۝٦٦
Wa Huwal lazee ahyaakum summa yumeetukum summma yuheekum; innal insaana lakafoor
📖 Afaan Oromoon
Inni Isa isin jiraachisee, sana booda isin ajjeesee, Sana booda isin jiraachisuudhaDhugumatti, namni akkaan (Rabbitti) kafaraadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 64-68 — Al-Hajj

64لَّهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ وَإِنَّ اللَّهَ لَهُوَ الْغَنِيُّ الْحَمِيدُ
Wantoonni samii keessa jiraniifi wantoonni dachii keessa jiran hundi kan IsaatiDhugumatti, Rabbiin Isatu dureessa, faarfamaadha
65أَلَمْ تَرَ أَنَّ اللَّهَ سَخَّرَ لَكُم مَّا فِي الْأَرْضِ وَالْفُلْكَ تَجْرِي فِي الْبَحْرِ بِأَمْرِهِ وَيُمْسِكُ السَّمَاءَ أَن تَقَعَ عَلَى الْأَرْضِ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ بِالنَّاسِ لَرَءُوفٌ رَّحِيمٌ
Sila akka Allaahn wantoota dachii keessa jiraniifi dooniwwan galaana keessa daakan ajaja Isaatiin isiniif mijeesse hin arginee? Eeyyama Isaatiin yoo tae malee akka samiin dachii irratti hin kufne qabaRabbiin namootaaf akkaan mararfataa, rahmata godhaadha
66وَهُوَ الَّذِي أَحْيَاكُمْ ثُمَّ يُمِيتُكُمْ ثُمَّ يُحْيِيكُمْ ۗ إِنَّ الْإِنسَانَ لَكَفُورٌ
Inni Isa isin jiraachisee, sana booda isin ajjeesee, Sana booda isin jiraachisuudhaDhugumatti, namni akkaan (Rabbitti) kafaraadha
67لِّكُلِّ أُمَّةٍ جَعَلْنَا مَنسَكًا هُمْ نَاسِكُوهُ ۖ فَلَا يُنَازِعُنَّكَ فِي الْأَمْرِ ۚ وَادْعُ إِلَىٰ رَبِّكَ ۖ إِنَّكَ لَعَلَىٰ هُدًى مُّسْتَقِيمٍ
Ummata hundaaf seera isaan amantii ittiin geggeeffatan isaaniif taasifnee jirraKanaafuu (mushrikoonni Makkaa) dhimma kana irratti akka siin hin falmineGara Gooftaa keetiittis waamiDhugumatti, ati karaa qajeelaa irra jirta
68وَإِن جَادَلُوكَ فَقُلِ اللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا تَعْمَلُونَ
Yoo siin falmanis “Rabbiin akkaan beekaa waan isin hojjattaniiti” jedhiin
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
66Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 66

Suuratu Al-Hajj Aayah 66 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Isa isin jiraachisee, sana booda isin ajjeesee, Sana booda…

Suuratu Aayah 66/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 64–68. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers