Al-Mu'minun · 48/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
فَكَذَّبُوهُمَا فَكَانُوا مِنَ الْمُهْلَكِينَ ۝٤٨
Fakazzaboohumaa fakaanoo minal mmuhlakeen
📖 Afaan Oromoon
Kanaafuu isaan lamaan ni sobsiisanWarra balleeffaman irraas ta’an

🎧 Caqasi


📜 Aayah 46-50 — Suuratu Al-Mu'minun

46إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِ فَاسْتَكْبَرُوا وَكَانُوا قَوْمًا عَالِينَ
Gara Fir’awniifi qondaaltota isaa (ergine)Isaan garuu ni boonan; namoota ol aanoo of taasisan
47فَقَالُوا أَنُؤْمِنُ لِبَشَرَيْنِ مِثْلِنَا وَقَوْمُهُمَا لَنَا عَابِدُونَ
Ni jedhan: “Sila namoota lama kan nu fakkaataniifi ummanni isaanii nuuf gabbartoota taan isaaniif amannaa
48فَكَذَّبُوهُمَا فَكَانُوا مِنَ الْمُهْلَكِينَ
Kanaafuu isaan lamaan ni sobsiisanWarra balleeffaman irraas ta’an
49وَلَقَدْ آتَيْنَا مُوسَى الْكِتَابَ لَعَلَّهُمْ يَهْتَدُونَ
Akka isaan (haqatti) qajeelaniif jecha dhugumatti, Muusaaf kitaaba kenninee jirra
50وَجَعَلْنَا ابْنَ مَرْيَمَ وَأُمَّهُ آيَةً وَآوَيْنَاهُمَا إِلَىٰ رَبْوَةٍ ذَاتِ قَرَارٍ وَمَعِينٍ
Ilma Maryamiifi haadha isaatis mallattoo taasifneIsaan lamaanuu gara iddoo ol fuudhamaa; tasgabbiifi burqituu isaan qubsiifnee jirra
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 48

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kanaafuu isaan lamaan ni sobsiisanWarra balleeffaman irraas ta’an

Suuratu Aayah 48/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers