Al-Mu'minun · 69/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
أَمْ لَمْ يَعْرِفُوا رَسُولَهُمْ فَهُمْ لَهُ مُنكِرُونَ ۝٦٩
Am lam ya`rifoo Rasoolahum fahum lahoo munkiroon
📖 Afaan Oromoon
Ergamaa isaanii hin beekinii, isa sobsiisan moo

🎧 Caqasi


📜 Aayah 67-71 — Suuratu Al-Mu'minun

67مُسْتَكْبِرِينَ بِهِ سَامِرًا تَهْجُرُونَ
Isaan (Harama makkaatiin) warra boonan taatanii halkanis kaabaa biratti (Quraana) arrabsitu
68أَفَلَمْ يَدَّبَّرُوا الْقَوْلَ أَمْ جَاءَهُم مَّا لَمْ يَأْتِ آبَاءَهُمُ الْأَوَّلِينَ
Sila jecha (Rabbii) hin xiinxalanuu? Moo waan abbootii isaanii kan jalqabaatti hin dhufintu isaanitti dhufe
69أَمْ لَمْ يَعْرِفُوا رَسُولَهُمْ فَهُمْ لَهُ مُنكِرُونَ
Ergamaa isaanii hin beekinii, isa sobsiisan moo
70أَمْ يَقُولُونَ بِهِ جِنَّةٌ ۚ بَلْ جَاءَهُم بِالْحَقِّ وَأَكْثَرُهُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ
“Moo maraatummaatu isatti jira” jedhu? Lakkii; odoo irra baay’een isaanii dhugaa jibbanuu inni dhugaan isaanitti dhufe
71وَلَوِ اتَّبَعَ الْحَقُّ أَهْوَاءَهُمْ لَفَسَدَتِ السَّمَاوَاتُ وَالْأَرْضُ وَمَن فِيهِنَّ ۚ بَلْ أَتَيْنَاهُم بِذِكْرِهِمْ فَهُمْ عَن ذِكْرِهِم مُّعْرِضُونَ
Odoo dhugaan fedha lubbuu isaanii hordofee, silaa samii, dachiifi wantoonni isaan keessa jiranis ni badu turanInumaayyuu; nuti Quraana kabajaan isaanii keessa jiru isaaniif kennineeti, isaan kabajaa isaanii irraa garagalu
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
69Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 69

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 69 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergamaa isaanii hin beekinii, isa sobsiisan moo

Suuratu Aayah 69/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 67–71. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers