Ash-Shu'ara · 123/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
كَذَّبَتْ عَادٌ الْمُرْسَلِينَ ۝١٢٣
Kazzabat `Aadunil mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Aad (ummanni huud) ergamtoota sobsiifte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 121-125 — Ash-Shu'ara

121إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
122وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
123كَذَّبَتْ عَادٌ الْمُرْسَلِينَ
Aad (ummanni huud) ergamtoota sobsiifte
124إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ هُودٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Huud isaaniin jedhe: “Sila (Rabbiin) hin sodaattanii
125إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
123Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 123

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 123 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Aad (ummanni huud) ergamtoota sobsiifte

Suuratu Aayah 123/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 121–125. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers