Ash-Shu'ara · 122/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝١٢٢
Wa inna Rabbaka la huwal `Azeezur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 120-124 — Ash-Shu'ara

120ثُمَّ أَغْرَقْنَا بَعْدُ الْبَاقِينَ
Ergasii booda [bilisa isaan baasuutii] warra hafan ni dhidhimsine
121إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
122وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
123كَذَّبَتْ عَادٌ الْمُرْسَلِينَ
Aad (ummanni huud) ergamtoota sobsiifte
124إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ هُودٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Huud isaaniin jedhe: “Sila (Rabbiin) hin sodaattanii
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
122Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 122

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 122 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 122/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 120–124. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers