Ash-Shu'ara · 217/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَتَوَكَّلْ عَلَى الْعَزِيزِ الرَّحِيمِ ۝٢١٧
Wa tawakkal alal `Azeezir Raheem
📖 Afaan Oromoon
[Rabbii] injifataa, rahmata godhaa ta’e irratti hirkadhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 215-219 — Suuratu Ash-Shu'ara

215وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِمَنِ اتَّبَعَكَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa nama si hordofeef nyaara (kooluu) kee gadi qabi
216فَإِنْ عَصَوْكَ فَقُلْ إِنِّي بَرِيءٌ مِّمَّا تَعْمَلُونَ
Yoo ajaja kee fudhachuu didanis “Ani waan isin hojjattan irraa qulqulluudha” jedhiin
217وَتَوَكَّلْ عَلَى الْعَزِيزِ الرَّحِيمِ
[Rabbii] injifataa, rahmata godhaa ta’e irratti hirkadhu
218الَّذِي يَرَاكَ حِينَ تَقُومُ
Isa yeroo ati dhaabbattu si argu [irratti hirkadhu]
219وَتَقَلُّبَكَ فِي السَّاجِدِينَ
[Isa] sochiiwwan ati warra sagadan keessatti gootu [argu irratti hirkadhu]
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
217Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 217

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 217 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Rabbii] injifataa, rahmata godhaa ta’e irratti hirkadhu

Suuratu Aayah 217/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 215–219. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers