Ash-Shu'ara · 38/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَجُمِعَ السَّحَرَةُ لِمِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ ۝٣٨
Fa jumi`as saharatu limeeqaati Yawmim ma`loom
📖 Afaan Oromoon
Saahiroonnis beellama guyyaa beekamaatiif walitti qabaman

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu Ash-Shu'ara

36قَالُوا أَرْجِهْ وَأَخَاهُ وَابْعَثْ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
[Isaanis] ni jedhan: “Isaafi obboleessa isaas tursiisiMagaalota keessattis walitti qabdoota ergi
37يَأْتُوكَ بِكُلِّ سَحَّارٍ عَلِيمٍ
Saahiroota (falfaltoota) beekumsa qaban hundaan sitti haa dhufanu.”
38فَجُمِعَ السَّحَرَةُ لِمِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
Saahiroonnis beellama guyyaa beekamaatiif walitti qabaman
39وَقِيلَ لِلنَّاسِ هَلْ أَنتُم مُّجْتَمِعُونَ
Namootaanis ni jedhame: “Isin sila walitti qabamtanii? (Dafaa walitti qabamaa)
40لَعَلَّنَا نَتَّبِعُ السَّحَرَةَ إِن كَانُوا هُمُ الْغَالِبِينَ
Yoo isaan kan injifatan ta’an, Saahiroota (falfaltoota) hordofuun keenya ni kajeelamaa.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 38

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Saahiroonnis beellama guyyaa beekamaatiif walitti qabaman

Suuratu Aayah 38/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers