Ash-Shu'ara · 37/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
يَأْتُوكَ بِكُلِّ سَحَّارٍ عَلِيمٍ ۝٣٧
Yaatooka bikulli sah haarin `aleem
📖 Afaan Oromoon
Saahiroota (falfaltoota) beekumsa qaban hundaan sitti haa dhufanu.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Ash-Shu'ara

35يُرِيدُ أَن يُخْرِجَكُم مِّنْ أَرْضِكُم بِسِحْرِهِ فَمَاذَا تَأْمُرُونَ
“Sihrii isaatiin dachii keessan irraa isin baasuu fedhaa, isin immoo maalitti na ajajju” (jedhe)
36قَالُوا أَرْجِهْ وَأَخَاهُ وَابْعَثْ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
[Isaanis] ni jedhan: “Isaafi obboleessa isaas tursiisiMagaalota keessattis walitti qabdoota ergi
37يَأْتُوكَ بِكُلِّ سَحَّارٍ عَلِيمٍ
Saahiroota (falfaltoota) beekumsa qaban hundaan sitti haa dhufanu.”
38فَجُمِعَ السَّحَرَةُ لِمِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
Saahiroonnis beellama guyyaa beekamaatiif walitti qabaman
39وَقِيلَ لِلنَّاسِ هَلْ أَنتُم مُّجْتَمِعُونَ
Namootaanis ni jedhame: “Isin sila walitti qabamtanii? (Dafaa walitti qabamaa)
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 37

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Saahiroota (falfaltoota) beekumsa qaban hundaan sitti haa dhufanu.”

Suuratu Aayah 37/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers