Ash-Shu'ara · 39/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَقِيلَ لِلنَّاسِ هَلْ أَنتُم مُّجْتَمِعُونَ ۝٣٩
Wa qeela linnaasi hal antum mujtami`oon
📖 Afaan Oromoon
Namootaanis ni jedhame: “Isin sila walitti qabamtanii? (Dafaa walitti qabamaa)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Ash-Shu'ara

37يَأْتُوكَ بِكُلِّ سَحَّارٍ عَلِيمٍ
Saahiroota (falfaltoota) beekumsa qaban hundaan sitti haa dhufanu.”
38فَجُمِعَ السَّحَرَةُ لِمِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
Saahiroonnis beellama guyyaa beekamaatiif walitti qabaman
39وَقِيلَ لِلنَّاسِ هَلْ أَنتُم مُّجْتَمِعُونَ
Namootaanis ni jedhame: “Isin sila walitti qabamtanii? (Dafaa walitti qabamaa)
40لَعَلَّنَا نَتَّبِعُ السَّحَرَةَ إِن كَانُوا هُمُ الْغَالِبِينَ
Yoo isaan kan injifatan ta’an, Saahiroota (falfaltoota) hordofuun keenya ni kajeelamaa.”
41فَلَمَّا جَاءَ السَّحَرَةُ قَالُوا لِفِرْعَوْنَ أَئِنَّ لَنَا لَأَجْرًا إِن كُنَّا نَحْنُ الْغَالِبِينَ
Falfaltoonni yeroma dhufan, Fir’awniin “Sila dhugumatti yoo nuti mo’attoota taaneef mindaan nuuf jiraa? ” jedhan
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 39

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namootaanis ni jedhame: “Isin sila walitti qabamtanii? (Dafaa walitti qabamaa)

Suuratu Aayah 39/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers