Ash-Shu'ara · 53/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَأَرْسَلَ فِرْعَوْنُ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ ۝٥٣
Fa arsala Fir`awnu filmadaaa`ini haashireen
📖 Afaan Oromoon
Fir’awnis magaalota keessatti walitti qabdoota ergee
🎧 Caqasi

📜 Aayah 51-55 — Ash-Shu'ara

51إِنَّا نَطْمَعُ أَن يَغْفِرَ لَنَا رَبُّنَا خَطَايَانَا أَن كُنَّا أَوَّلَ الْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, nuti warra jalqaba amanan ta’uudhaan Rabbiin keenya badii keenya nuuf araaramuu ni kajeella .”
52۞ وَأَوْحَيْنَا إِلَىٰ مُوسَىٰ أَنْ أَسْرِ بِعِبَادِي إِنَّكُم مُّتَّبَعُونَ
Gara Muusaattis “halkaniin gabroota kiyyaan deemi (baqadhu) dhugumatti isin [diinota keessaniin] hordofamoodha” jechuun wahyii goone
53فَأَرْسَلَ فِرْعَوْنُ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
Fir’awnis magaalota keessatti walitti qabdoota ergee
54إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَشِرْذِمَةٌ قَلِيلُونَ
“Dhugumatti warri kun gareewwan xiqqoodha
55وَإِنَّهُمْ لَنَا لَغَائِظُونَ
Isaanis dhugumatti nu dallansiisoodha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 53

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fir’awnis magaalota keessatti walitti qabdoota ergee

Suuratu Aayah 53/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers