Ash-Shu'ara · 54/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَشِرْذِمَةٌ قَلِيلُونَ ۝٥٤
Inna haaa`ulaaa`i lashir zimatun qaleeloon
📖 Afaan Oromoon
“Dhugumatti warri kun gareewwan xiqqoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 52-56 — Suuratu Ash-Shu'ara

52۞ وَأَوْحَيْنَا إِلَىٰ مُوسَىٰ أَنْ أَسْرِ بِعِبَادِي إِنَّكُم مُّتَّبَعُونَ
Gara Muusaattis “halkaniin gabroota kiyyaan deemi (baqadhu) dhugumatti isin [diinota keessaniin] hordofamoodha” jechuun wahyii goone
53فَأَرْسَلَ فِرْعَوْنُ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
Fir’awnis magaalota keessatti walitti qabdoota ergee
54إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَشِرْذِمَةٌ قَلِيلُونَ
“Dhugumatti warri kun gareewwan xiqqoodha
55وَإِنَّهُمْ لَنَا لَغَائِظُونَ
Isaanis dhugumatti nu dallansiisoodha
56وَإِنَّا لَجَمِيعٌ حَاذِرُونَ
Nutis baay’ee of eegdota” [jedhe]
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
54Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 54

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 54 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Dhugumatti warri kun gareewwan xiqqoodha

Suuratu Aayah 54/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 52–56. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers