Ash-Shu'ara · 67/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ ۝٦٧
Inna fee zaalika la Aayaah; wa maa kaana aksaru hu mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 65-69 — Suuratu Ash-Shu'ara

65وَأَنجَيْنَا مُوسَىٰ وَمَن مَّعَهُ أَجْمَعِينَ
Muusaafi warra isa waliin turan hundaa ni baraarsine
66ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra biroo bishaaniin dhidhimsine
67إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
68وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Rabbiin kee, Isumatu injifataa, rahmata godhaadha
69وَاتْلُ عَلَيْهِمْ نَبَأَ إِبْرَاهِيمَ
Seenaa Ibraahimis isaan irratti dubbisi
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
67Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 67

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 67 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane

Suuratu Aayah 67/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 65–69. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers