Ash-Shu'ara · 68/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝٦٨
Wa inna Rabbaka la Huwal `Azeezur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Rabbiin kee, Isumatu injifataa, rahmata godhaadha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 66-70 — Suuratu Ash-Shu'ara

66ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra biroo bishaaniin dhidhimsine
67إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
68وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Rabbiin kee, Isumatu injifataa, rahmata godhaadha
69وَاتْلُ عَلَيْهِمْ نَبَأَ إِبْرَاهِيمَ
Seenaa Ibraahimis isaan irratti dubbisi
70إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَا تَعْبُدُونَ
Yeroo inni abbaafi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 68

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Rabbiin kee, Isumatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 68/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers