Ash-Shu'ara · 66/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ ۝٦٦
Summa aghraqnal aakhareen
📖 Afaan Oromoon
Sana booda warra biroo bishaaniin dhidhimsine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 64-68 — Suuratu Ash-Shu'ara

64وَأَزْلَفْنَا ثَمَّ الْآخَرِينَ
Bakka sanattis warra biraa dhiheessine
65وَأَنجَيْنَا مُوسَىٰ وَمَن مَّعَهُ أَجْمَعِينَ
Muusaafi warra isa waliin turan hundaa ni baraarsine
66ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra biroo bishaaniin dhidhimsine
67إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
68وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Rabbiin kee, Isumatu injifataa, rahmata godhaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
66Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 66

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 66 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sana booda warra biroo bishaaniin dhidhimsine

Suuratu Aayah 66/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 64–68. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers