Ash-Shu'ara · 92/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَقِيلَ لَهُمْ أَيْنَ مَا كُنتُمْ تَعْبُدُونَ ۝٩٢
Wa qeela lahum aina maa kuntum ta`budoon
📖 Afaan Oromoon
[Guyyaa] “wanti isin gabbaraa turtan eessa jiru?” isaaniin jedhame

🎧 Caqasi


📜 Aayah 90-94 — Suuratu Ash-Shu'ara

90وَأُزْلِفَتِ الْجَنَّةُ لِلْمُتَّقِينَ
[Guyyaa] Jannannis warra Rabbiin sodaataniif dhiheeffamte
91وَبُرِّزَتِ الْجَحِيمُ لِلْغَاوِينَ
[Guyyaa] Ibiddi jahannamis jallattootaaf muldhifamte
92وَقِيلَ لَهُمْ أَيْنَ مَا كُنتُمْ تَعْبُدُونَ
[Guyyaa] “wanti isin gabbaraa turtan eessa jiru?” isaaniin jedhame
93مِن دُونِ اللَّهِ هَلْ يَنصُرُونَكُمْ أَوْ يَنتَصِرُونَ
“Rabbii gaditti (ta’anii) Sila isin tumsuu? Yookiin of ni tumsuu?”
94فَكُبْكِبُوا فِيهَا هُمْ وَالْغَاوُونَ
Isaaniifi jallattoonni ishee keessatti darbaman
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
92Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 92

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 92 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Guyyaa] “wanti isin gabbaraa turtan eessa jiru?” isaaniin jedhame

Suuratu Aayah 92/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 90–94. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers