An-Naml · 71/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
وَيَقُولُونَ مَتَىٰ هَٰذَا الْوَعْدُ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ ۝٧١
Wa yaqooloona mataa haazal wa`du in kuntum saadiqeen
📖 Afaan Oromoon
“Yoo dhugaa dubbattoota taatan waadaan kun yoomi?” jedhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 69-73 — Suuratu An-Naml

69قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُجْرِمِينَ
“Dachii keessa deemaatii booddeen badii raawwattootaa akkam akka ta’e ilaalaa” jedhi
70وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُن فِي ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ
Isaan irratti hin gaddinTooftaa isaan baasanuufis dhiphina keessatti hin ta’in
71وَيَقُولُونَ مَتَىٰ هَٰذَا الْوَعْدُ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
“Yoo dhugaa dubbattoota taatan waadaan kun yoomi?” jedhu
72قُلْ عَسَىٰ أَن يَكُونَ رَدِفَ لَكُم بَعْضُ الَّذِي تَسْتَعْجِلُونَ
“Gariin wanta isin ariifachiifattanii kan isinitti dhihaate ta’uun dhugaadha” jedhi
73وَإِنَّ رَبَّكَ لَذُو فَضْلٍ عَلَى النَّاسِ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَشْكُرُونَ
Dhugumatti, Rabbiin kee namoota irratti abbaa tola guddaatiGaruu irra hedduun isaanii hin galateeffatan
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
71Aayah

Hiikkaa — An-Naml 71

Suuratu An-Naml Aayah 71 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Yoo dhugaa dubbattoota taatan waadaan kun yoomi?” jedhu

Suuratu Aayah 71/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 69–73. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers