Aal-Imran · 54/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
وَمَكَرُوا وَمَكَرَ اللَّهُ ۖ وَاللَّهُ خَيْرُ الْمَاكِرِينَ ٥٤
Transliteration
Wa makaroo wa makaral laahu wallaahu khairul maakireen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Isaanis tooftaa baasani; Rabbiinis tooftaa baaseRabbiin immoo irra caalaa warra tooftaa baasuuti
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
0:00
0:00
📜 Aayah 52-56 — Suuratu Aal-Imran
52۞ فَلَمَّا أَحَسَّ عِيسَىٰ مِنْهُمُ الْكُفْرَ قَالَ مَنْ أَنصَارِي إِلَى اللَّهِ ۖ قَالَ الْحَوَارِيُّونَ نَحْنُ أَنصَارُ اللَّهِ آمَنَّا بِاللَّهِ وَاشْهَدْ بِأَنَّا مُسْلِمُونَ
Iisaan yeroma kufrii isaan irraa hubatu “namni [waamicha ani] gara Rabbiitti godhu keessatti na tumsu eenyu?” jedheHawaariyyoonnis “nutu tumsitoota Rabbiiti.[] Rabbitti amanneerraAkka nuti Muslimoota taanes ragaa nuuf ba’i” jedhan
53رَبَّنَا آمَنَّا بِمَا أَنزَلْتَ وَاتَّبَعْنَا الرَّسُولَ فَاكْتُبْنَا مَعَ الشَّاهِدِينَ
“Yaa Gooftaa keenya! Nuti waan Ati buuftetti amanneerraErgamicha (Iisaas) hordofne; kanaafuu warra [Rabbiin malee Gooftaan biraa akka hin jirre] ragaa ba’an wajjin nu barreessi” [jedhan]
54وَمَكَرُوا وَمَكَرَ اللَّهُ ۖ وَاللَّهُ خَيْرُ الْمَاكِرِينَ
Isaanis tooftaa baasani; Rabbiinis tooftaa baaseRabbiin immoo irra caalaa warra tooftaa baasuuti
55إِذْ قَالَ اللَّهُ يَا عِيسَىٰ إِنِّي مُتَوَفِّيكَ وَرَافِعُكَ إِلَيَّ وَمُطَهِّرُكَ مِنَ الَّذِينَ كَفَرُوا وَجَاعِلُ الَّذِينَ اتَّبَعُوكَ فَوْقَ الَّذِينَ كَفَرُوا إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ ۖ ثُمَّ إِلَيَّ مَرْجِعُكُمْ فَأَحْكُمُ بَيْنَكُمْ فِيمَا كُنتُمْ فِيهِ تَخْتَلِفُونَ
Yeroo Rabbiin jedhes [yaadadhu]:[] “Yaa Iisaa! Ani si raffisaadhaGara kiyyattis ol si fuudhaadhaIsaan kafaran irraas si qulqulleessaadhaIsaan si hordofanis hanga Guyyaa Qiyaamatti warra kafaran irratti ol taasisaadhaErgasii deebiin keessan gara kiyya; waan isin isa keessatti wal dhabaa turtan keessattis gidduu keessanitti nan murteessa
56فَأَمَّا الَّذِينَ كَفَرُوا فَأُعَذِّبُهُمْ عَذَابًا شَدِيدًا فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ وَمَا لَهُم مِّن نَّاصِرِينَ
Isaan kafaran addunyaafi Aakhiratti adabbii cimaan isaan adaba; tumsaanis isaaniif hin jiru
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
54Aayah
Hiikkaa — Aal-Imran 54
Suuratu Aal-Imran Aayah 54 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaanis tooftaa baasani; Rabbiinis tooftaa baaseRabbiin immoo irra caalaa warra…Suuratu Aayah 54/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 52–56. Afaan Oromoon: العربية.
Suuratu Aal-Imran
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Monday, September 28, 2026
Don't forget us in your sincere prayers


