Ar-Rum · 44/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rum
مَن كَفَرَ فَعَلَيْهِ كُفْرُهُ ۖ وَمَنْ عَمِلَ صَالِحًا فَلِأَنفُسِهِمْ يَمْهَدُونَ ٤٤
Transliteration
Man kafara fa`alaihi kufruhoo wa man `amila saalihan fali anfusihim yamhadoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Nama kafare kufriin isaa isuma irratti ta’aNamoonni dalagaa gaarii hojjatanis, lubbuma isaaniitiif qopheeffatu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 42-46 — Ar-Rum
42قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الَّذِينَ مِن قَبْلُ ۚ كَانَ أَكْثَرُهُم مُّشْرِكِينَ
(Yaa Muhammad!) “dachii keessa deemaa; booddeen warra isiniin duraas akkam akka ta’e ilaalaa; irra hedduun isaaniis mushrikoota turan” jedhiin
43فَأَقِمْ وَجْهَكَ لِلدِّينِ الْقَيِّمِ مِن قَبْلِ أَن يَأْتِيَ يَوْمٌ لَّا مَرَدَّ لَهُ مِنَ اللَّهِ ۖ يَوْمَئِذٍ يَصَّدَّعُونَ
Guyyaan deebi’uun isaaf hin jirre odoo hin dhufne dura fuula kee amantii sirrii ta’eef sirreessiGuyyaa san (gara jannataafi ibiddaatti) qoodamu
44مَن كَفَرَ فَعَلَيْهِ كُفْرُهُ ۖ وَمَنْ عَمِلَ صَالِحًا فَلِأَنفُسِهِمْ يَمْهَدُونَ
Nama kafare kufriin isaa isuma irratti ta’aNamoonni dalagaa gaarii hojjatanis, lubbuma isaaniitiif qopheeffatu
45لِيَجْزِيَ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ مِن فَضْلِهِ ۚ إِنَّهُ لَا يُحِبُّ الْكَافِرِينَ
Isaan amananii hojiiwwan gaggaarii dalagan tola Isaa irraa akka mindeessuuf (kana hojjate)Dhugumatti, Inni kaafiroota hin jaallatu
46وَمِنْ آيَاتِهِ أَن يُرْسِلَ الرِّيَاحَ مُبَشِّرَاتٍ وَلِيُذِيقَكُم مِّن رَّحْمَتِهِ وَلِتَجْرِيَ الْفُلْكُ بِأَمْرِهِ وَلِتَبْتَغُوا مِن فَضْلِهِ وَلَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ
Rahmata Isaa irraa isin dhandhamsiisuf, dooniinis ajaja Isaatiin akka deemtuuf, tola Isaa irraas akka barbaaddattaniifi akka Isa galateeffattaniif, gammachiiftuu taasisee qilleensa erguun Isaa mallattoolee Isaa irraayyi
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
44Aayah
Hiikkaa — Ar-Rum 44
Suuratu Ar-Rum Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama kafare kufriin isaa isuma irratti ta’aNamoonni dalagaa gaarii hojjatanis,…Suuratu Aayah 44/60 — Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rum Caqasi, Ar-Rum Hiikkaa, Ar-Rum mp3, Ar-Rum pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








