Ar-Rum · 43/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rum
فَأَقِمْ وَجْهَكَ لِلدِّينِ الْقَيِّمِ مِن قَبْلِ أَن يَأْتِيَ يَوْمٌ لَّا مَرَدَّ لَهُ مِنَ اللَّهِ ۖ يَوْمَئِذٍ يَصَّدَّعُونَ ۝٤٣
Fa aqim wajhaka lid deenil qaiyimi min qabli any yaatiya Yawmul laa maradda lahoo minal laahi Yawma`iziny yassadda`oon
📖 Afaan Oromoon
Guyyaan deebi’uun isaaf hin jirre odoo hin dhufne dura fuula kee amantii sirrii ta’eef sirreessiGuyyaa san (gara jannataafi ibiddaatti) qoodamu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 41-45 — Suuratu Ar-Rum

41ظَهَرَ الْفَسَادُ فِي الْبَرِّ وَالْبَحْرِ بِمَا كَسَبَتْ أَيْدِي النَّاسِ لِيُذِيقَهُم بَعْضَ الَّذِي عَمِلُوا لَعَلَّهُمْ يَرْجِعُونَ
Garii waan isaan dalaganii akka isaan dhandhamsiisnuuf jecha, sababa waan harki namaa hojjatteetiin dachiifi galaana keessattis badiin mul’ateDeebi’uun isaaniis ni kajeelama
42قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الَّذِينَ مِن قَبْلُ ۚ كَانَ أَكْثَرُهُم مُّشْرِكِينَ
(Yaa Muhammad!) “dachii keessa deemaa; booddeen warra isiniin duraas akkam akka ta’e ilaalaa; irra hedduun isaaniis mushrikoota turan” jedhiin
43فَأَقِمْ وَجْهَكَ لِلدِّينِ الْقَيِّمِ مِن قَبْلِ أَن يَأْتِيَ يَوْمٌ لَّا مَرَدَّ لَهُ مِنَ اللَّهِ ۖ يَوْمَئِذٍ يَصَّدَّعُونَ
Guyyaan deebi’uun isaaf hin jirre odoo hin dhufne dura fuula kee amantii sirrii ta’eef sirreessiGuyyaa san (gara jannataafi ibiddaatti) qoodamu
44مَن كَفَرَ فَعَلَيْهِ كُفْرُهُ ۖ وَمَنْ عَمِلَ صَالِحًا فَلِأَنفُسِهِمْ يَمْهَدُونَ
Nama kafare kufriin isaa isuma irratti ta’aNamoonni dalagaa gaarii hojjatanis, lubbuma isaaniitiif qopheeffatu
45لِيَجْزِيَ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ مِن فَضْلِهِ ۚ إِنَّهُ لَا يُحِبُّ الْكَافِرِينَ
Isaan amananii hojiiwwan gaggaarii dalagan tola Isaa irraa akka mindeessuuf (kana hojjate)Dhugumatti, Inni kaafiroota hin jaallatu
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 43

Suuratu Ar-Rum Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaan deebi’uun isaaf hin jirre odoo hin dhufne dura fuula…

Suuratu Aayah 43/60 — Suuratu Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rum Caqasi, Suuratu Ar-Rum Hiikkaa, Suuratu Ar-Rum mp3, Suuratu Ar-Rum pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers