As-Sajdah · 7/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Sajdah
الَّذِي أَحْسَنَ كُلَّ شَيْءٍ خَلَقَهُ ۖ وَبَدَأَ خَلْقَ الْإِنسَانِ مِن طِينٍ ۝٧
Allazee ahsana kulla shai in khalaqa; wa bada a khalqal insaani min teen
📖 Afaan Oromoon
(Inni) isa waan uume hunda miidhagseefi uumama namaa dhoqqee irraa jalqabeedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu As-Sajdah

5يُدَبِّرُ الْأَمْرَ مِنَ السَّمَاءِ إِلَى الْأَرْضِ ثُمَّ يَعْرُجُ إِلَيْهِ فِي يَوْمٍ كَانَ مِقْدَارُهُ أَلْفَ سَنَةٍ مِّمَّا تَعُدُّونَ
Inni wantoota hunda samii irraa gara dachiitti gara gaggalcha (qindeessa)Sana booda guyyaa dheerinni isaa waan isin lakkooftan irraa waggaa kuma ta’e keessatti gara isaa ol koru
6ذَٰلِكَ عَالِمُ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Inni sana hojjate beekaa fagoofi waan mul’atuu, kan injifataa, rahmata godhaa ta’eeti
7الَّذِي أَحْسَنَ كُلَّ شَيْءٍ خَلَقَهُ ۖ وَبَدَأَ خَلْقَ الْإِنسَانِ مِن طِينٍ
(Inni) isa waan uume hunda miidhagseefi uumama namaa dhoqqee irraa jalqabeedha
8ثُمَّ جَعَلَ نَسْلَهُ مِن سُلَالَةٍ مِّن مَّاءٍ مَّهِينٍ
Sana booda sanyii isaa dhiiga ititaa bishaan laafaa irraa ta’e irraa godhe
9ثُمَّ سَوَّاهُ وَنَفَخَ فِيهِ مِن رُّوحِهِ ۖ وَجَعَلَ لَكُمُ السَّمْعَ وَالْأَبْصَارَ وَالْأَفْئِدَةَ ۚ قَلِيلًا مَّا تَشْكُرُونَ
Sana booda isa walqixxeessee ruuhii [uumaa] isaa irraa ta’e isa keessatti afuufeDhageettii, argaafi Onnees isiniif taasiseXiqquma galateeffattu
As-SajdahTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — As-Sajdah 7

Suuratu As-Sajdah Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Inni) isa waan uume hunda miidhagseefi uumama namaa dhoqqee irraa…

Suuratu Aayah 7/30 — Suuratu As-Sajdah السجدة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Sajdah Caqasi, Suuratu As-Sajdah Hiikkaa, Suuratu As-Sajdah mp3, Suuratu As-Sajdah pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers