As-Saffat · 126/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
اللَّهَ رَبَّكُمْ وَرَبَّ آبَائِكُمُ الْأَوَّلِينَ ۝١٢٦
Allaaha Rabbakum wa Rabba aabaaa`ikumul awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Allaah Goftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan isaan jalqabaa ta’e.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 124-128 — As-Saffat

124إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo ummata isaatiin jedhu [yaadadhu]:“Rabbiin hin sadaattanuu
125أَتَدْعُونَ بَعْلًا وَتَذَرُونَ أَحْسَنَ الْخَالِقِينَ
Sila ‘Ba’al’[] gabbartanii (Gooftaa) warra waa uumu hunda irra caalaa ta’e dhiiftuu
126اللَّهَ رَبَّكُمْ وَرَبَّ آبَائِكُمُ الْأَوَّلِينَ
Allaah Goftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan isaan jalqabaa ta’e.”
127فَكَذَّبُوهُ فَإِنَّهُمْ لَمُحْضَرُونَ
Isa sobsiisanKanaafuu isaan dhugumatti (adabaaf) dhiheeffamu
128إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
126Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 126

Suuratu As-Saffat Aayah 126 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Allaah Goftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan isaan jalqabaa ta’e.”

Suuratu Aayah 126/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 124–128. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers