As-Saffat · 125/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَتَدْعُونَ بَعْلًا وَتَذَرُونَ أَحْسَنَ الْخَالِقِينَ ۝١٢٥
Atad`oona Ba`lanw wa tazaroona ahsanal khaaliqeen
📖 Afaan Oromoon
Sila ‘Ba’al’[] gabbartanii (Gooftaa) warra waa uumu hunda irra caalaa ta’e dhiiftuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 123-127 — Suuratu As-Saffat

123وَإِنَّ إِلْيَاسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, Ilyaasis ergamtoota irraayi
124إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo ummata isaatiin jedhu [yaadadhu]:“Rabbiin hin sadaattanuu
125أَتَدْعُونَ بَعْلًا وَتَذَرُونَ أَحْسَنَ الْخَالِقِينَ
Sila ‘Ba’al’[] gabbartanii (Gooftaa) warra waa uumu hunda irra caalaa ta’e dhiiftuu
126اللَّهَ رَبَّكُمْ وَرَبَّ آبَائِكُمُ الْأَوَّلِينَ
Allaah Goftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan isaan jalqabaa ta’e.”
127فَكَذَّبُوهُ فَإِنَّهُمْ لَمُحْضَرُونَ
Isa sobsiisanKanaafuu isaan dhugumatti (adabaaf) dhiheeffamu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
125Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 125

Suuratu As-Saffat Aayah 125 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila ‘Ba’al’[] gabbartanii (Gooftaa) warra waa uumu hunda irra caalaa…

Suuratu Aayah 125/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 123–127. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers