As-Saffat · 145/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
۞ فَنَبَذْنَاهُ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ سَقِيمٌ ۝١٤٥
Fanabaznaahu bil`araaa`i wa huwa saqeem
📖 Afaan Oromoon
Isaa dhukkubsataa lafa dirreetti isa darbine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 143-147 — Suuratu As-Saffat

143فَلَوْلَا أَنَّهُ كَانَ مِنَ الْمُسَبِّحِينَ
Odoo inni warra Rabbiin qulqulleessan irraa ta’uu baatee
144لَلَبِثَ فِي بَطْنِهِ إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
Silaa hanga guyyaa kaafamaniitti garaa isaa (qurxumichaa) keessa jiraata ture
145۞ فَنَبَذْنَاهُ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ سَقِيمٌ
Isaa dhukkubsataa lafa dirreetti isa darbine
146وَأَنبَتْنَا عَلَيْهِ شَجَرَةً مِّن يَقْطِينٍ
Muka buqqee irraa ta’e isa irratti biqilchine
147وَأَرْسَلْنَاهُ إِلَىٰ مِائَةِ أَلْفٍ أَوْ يَزِيدُونَ
Gara (namoota) kuma dhibbaa yookiin sanarra dabalaniitti isa ergine
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
145Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 145

Suuratu As-Saffat Aayah 145 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaa dhukkubsataa lafa dirreetti isa darbine

Suuratu Aayah 145/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 143–147. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers