As-Saffat · 144/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
لَلَبِثَ فِي بَطْنِهِ إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ ۝١٤٤
Lalabisa fee batniheee ilaa Yawmi yub`asoon
📖 Afaan Oromoon
Silaa hanga guyyaa kaafamaniitti garaa isaa (qurxumichaa) keessa jiraata ture

🎧 Caqasi


📜 Aayah 142-146 — Suuratu As-Saffat

142فَالْتَقَمَهُ الْحُوتُ وَهُوَ مُلِيمٌ
Haala komatamaa ta’een qurxummiin isa liqimse
143فَلَوْلَا أَنَّهُ كَانَ مِنَ الْمُسَبِّحِينَ
Odoo inni warra Rabbiin qulqulleessan irraa ta’uu baatee
144لَلَبِثَ فِي بَطْنِهِ إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
Silaa hanga guyyaa kaafamaniitti garaa isaa (qurxumichaa) keessa jiraata ture
145۞ فَنَبَذْنَاهُ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ سَقِيمٌ
Isaa dhukkubsataa lafa dirreetti isa darbine
146وَأَنبَتْنَا عَلَيْهِ شَجَرَةً مِّن يَقْطِينٍ
Muka buqqee irraa ta’e isa irratti biqilchine
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
144Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 144

Suuratu As-Saffat Aayah 144 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Silaa hanga guyyaa kaafamaniitti garaa isaa (qurxumichaa) keessa jiraata ture

Suuratu Aayah 144/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 142–146. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers