As-Saffat · 146/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَأَنبَتْنَا عَلَيْهِ شَجَرَةً مِّن يَقْطِينٍ ۝١٤٦
Wa ambatnaa `alaihi shajaratam mai yaqteen
📖 Afaan Oromoon
Muka buqqee irraa ta’e isa irratti biqilchine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 144-148 — Suuratu As-Saffat

144لَلَبِثَ فِي بَطْنِهِ إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
Silaa hanga guyyaa kaafamaniitti garaa isaa (qurxumichaa) keessa jiraata ture
145۞ فَنَبَذْنَاهُ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ سَقِيمٌ
Isaa dhukkubsataa lafa dirreetti isa darbine
146وَأَنبَتْنَا عَلَيْهِ شَجَرَةً مِّن يَقْطِينٍ
Muka buqqee irraa ta’e isa irratti biqilchine
147وَأَرْسَلْنَاهُ إِلَىٰ مِائَةِ أَلْفٍ أَوْ يَزِيدُونَ
Gara (namoota) kuma dhibbaa yookiin sanarra dabalaniitti isa ergine
148فَآمَنُوا فَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ
Achumaan amannaan hanga yeroo murtaa’eetti isaan qanansiifne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
146Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 146

Suuratu As-Saffat Aayah 146 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Muka buqqee irraa ta’e isa irratti biqilchine

Suuratu Aayah 146/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 144–148. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers