As-Saffat · 157/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَأْتُوا بِكِتَابِكُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ ۝١٥٧
Faatoo bi Kitaabikum in kuntum saadiqeen
📖 Afaan Oromoon
Yoo kan dhugaa jettan taataniif kitaaba keessaniin koottaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 155-159 — Suuratu As-Saffat

155أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Sila hin gorfamtanuu
156أَمْ لَكُمْ سُلْطَانٌ مُّبِينٌ
Moo ragaa ifa ta’etu isiniif jira
157فَأْتُوا بِكِتَابِكُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa jettan taataniif kitaaba keessaniin koottaa
158وَجَعَلُوا بَيْنَهُ وَبَيْنَ الْجِنَّةِ نَسَبًا ۚ وَلَقَدْ عَلِمَتِ الْجِنَّةُ إِنَّهُمْ لَمُحْضَرُونَ
Gidduu Isaatiifi gidduu malaykotaatti firummaa godhanMalaykoonni dhugumatti akka isaan (kun) dhiaatuuf jiran sirritti beekanii jiru
159سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ
Waan isaan (kaafirtoonni), isaan jedhan irraa Rabbiin qulqullaa’e
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
157Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 157

Suuratu As-Saffat Aayah 157 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo kan dhugaa jettan taataniif kitaaba keessaniin koottaa

Suuratu Aayah 157/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 155–159. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers