As-Saffat · 158/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
وَجَعَلُوا بَيْنَهُ وَبَيْنَ الْجِنَّةِ نَسَبًا ۚ وَلَقَدْ عَلِمَتِ الْجِنَّةُ إِنَّهُمْ لَمُحْضَرُونَ ۝١٥٨
Wa ja`aloo bainahoo wa bainal jinnati nasabaa; wa laqad `alimatil jinnatu innahum lamuhdaroon
📖 Afaan Oromoon
Gidduu Isaatiifi gidduu malaykotaatti firummaa godhanMalaykoonni dhugumatti akka isaan (kun) dhiaatuuf jiran sirritti beekanii jiru
🎧 Caqasi

📜 Aayah 156-160 — As-Saffat

156أَمْ لَكُمْ سُلْطَانٌ مُّبِينٌ
Moo ragaa ifa ta’etu isiniif jira
157فَأْتُوا بِكِتَابِكُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa jettan taataniif kitaaba keessaniin koottaa
158وَجَعَلُوا بَيْنَهُ وَبَيْنَ الْجِنَّةِ نَسَبًا ۚ وَلَقَدْ عَلِمَتِ الْجِنَّةُ إِنَّهُمْ لَمُحْضَرُونَ
Gidduu Isaatiifi gidduu malaykotaatti firummaa godhanMalaykoonni dhugumatti akka isaan (kun) dhiaatuuf jiran sirritti beekanii jiru
159سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ
Waan isaan (kaafirtoonni), isaan jedhan irraa Rabbiin qulqullaa’e
160إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii isaan qulqulleeffamoo malee (ni dhihaatu)
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
158Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 158

Suuratu As-Saffat Aayah 158 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gidduu Isaatiifi gidduu malaykotaatti firummaa godhanMalaykoonni dhugumatti akka isaan (kun)…

Suuratu Aayah 158/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 156–160. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers