As-Saffat · 156/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَمْ لَكُمْ سُلْطَانٌ مُّبِينٌ ۝١٥٦
Am lakum sultaanum mubeen
📖 Afaan Oromoon
Moo ragaa ifa ta’etu isiniif jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 154-158 — Suuratu As-Saffat

154مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
Maal taatan? Akkamitti murteessitan
155أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Sila hin gorfamtanuu
156أَمْ لَكُمْ سُلْطَانٌ مُّبِينٌ
Moo ragaa ifa ta’etu isiniif jira
157فَأْتُوا بِكِتَابِكُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa jettan taataniif kitaaba keessaniin koottaa
158وَجَعَلُوا بَيْنَهُ وَبَيْنَ الْجِنَّةِ نَسَبًا ۚ وَلَقَدْ عَلِمَتِ الْجِنَّةُ إِنَّهُمْ لَمُحْضَرُونَ
Gidduu Isaatiifi gidduu malaykotaatti firummaa godhanMalaykoonni dhugumatti akka isaan (kun) dhiaatuuf jiran sirritti beekanii jiru
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
156Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 156

Suuratu As-Saffat Aayah 156 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Moo ragaa ifa ta’etu isiniif jira

Suuratu Aayah 156/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 154–158. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers