As-Saffat · 159/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ ۝١٥٩
Subhaanal laahi `ammaa yasifoon
📖 Afaan Oromoon
Waan isaan (kaafirtoonni), isaan jedhan irraa Rabbiin qulqullaa’e

🎧 Caqasi


📜 Aayah 157-161 — Suuratu As-Saffat

157فَأْتُوا بِكِتَابِكُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa jettan taataniif kitaaba keessaniin koottaa
158وَجَعَلُوا بَيْنَهُ وَبَيْنَ الْجِنَّةِ نَسَبًا ۚ وَلَقَدْ عَلِمَتِ الْجِنَّةُ إِنَّهُمْ لَمُحْضَرُونَ
Gidduu Isaatiifi gidduu malaykotaatti firummaa godhanMalaykoonni dhugumatti akka isaan (kun) dhiaatuuf jiran sirritti beekanii jiru
159سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ
Waan isaan (kaafirtoonni), isaan jedhan irraa Rabbiin qulqullaa’e
160إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii isaan qulqulleeffamoo malee (ni dhihaatu)
161فَإِنَّكُمْ وَمَا تَعْبُدُونَ
Isiniifi wantoonni isin gabbartan
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
159Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 159

Suuratu As-Saffat Aayah 159 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan isaan (kaafirtoonni), isaan jedhan irraa Rabbiin qulqullaa’e

Suuratu Aayah 159/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 157–161. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers