As-Saffat · 175/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَأَبْصِرْهُمْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ ۝١٧٥
Wa absirhum fasawfa yubsiroon
📖 Afaan Oromoon
Ati itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 173-177 — Suuratu As-Saffat

173وَإِنَّ جُندَنَا لَهُمُ الْغَالِبُونَ
Waraanni keenyas injifattoonni isaanuma (jechuunis dabarte)
174فَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) Yeroo murtaa’eef isaan dhiisii irraa garagali
175وَأَبْصِرْهُمْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Ati itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
176أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya jarjarfatanii
177فَإِذَا نَزَلَ بِسَاحَتِهِمْ فَسَاءَ صَبَاحُ الْمُنذَرِينَ
Yeroo (adabbiin) qe’ee isaaniitti bu’e, bariisaan warra dinniinamanii fokkateera
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
175Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 175

Suuratu As-Saffat Aayah 175 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ati itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu

Suuratu Aayah 175/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 173–177. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers