As-Saffat · 34/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّا كَذَٰلِكَ نَفْعَلُ بِالْمُجْرِمِينَ ۝٣٤
Innaa kazaalika naf`alu bil mujrimeen
📖 Afaan Oromoon
Nuti warra badii hojjatan irratti akka kana dalagna

🎧 Caqasi


📜 Aayah 32-36 — Suuratu As-Saffat

32فَأَغْوَيْنَاكُمْ إِنَّا كُنَّا غَاوِينَ
Ofii keenyaa jallanneeti isin jallifne” [jedhu]
33فَإِنَّهُمْ يَوْمَئِذٍ فِي الْعَذَابِ مُشْتَرِكُونَ
Isaan guyyaa san adabbii keessatti waliin hirmaatoodha
34إِنَّا كَذَٰلِكَ نَفْعَلُ بِالْمُجْرِمِينَ
Nuti warra badii hojjatan irratti akka kana dalagna
35إِنَّهُمْ كَانُوا إِذَا قِيلَ لَهُمْ لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ يَسْتَكْبِرُونَ
Dhugumatti, isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu
36وَيَقُولُونَ أَئِنَّا لَتَارِكُو آلِهَتِنَا لِشَاعِرٍ مَّجْنُونٍ
“Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 34

Suuratu As-Saffat Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti warra badii hojjatan irratti akka kana dalagna

Suuratu Aayah 34/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers