As-Saffat · 33/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَإِنَّهُمْ يَوْمَئِذٍ فِي الْعَذَابِ مُشْتَرِكُونَ ۝٣٣
Fa innahum Yawma`izin fil`azaabi mushtarikoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan guyyaa san adabbii keessatti waliin hirmaatoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu As-Saffat

31فَحَقَّ عَلَيْنَا قَوْلُ رَبِّنَا ۖ إِنَّا لَذَائِقُونَ
Jechi Rabbii keenyaa nurratti mirkanaa’eera; dhugumatti nuti (adabbii) dhandhamoodha
32فَأَغْوَيْنَاكُمْ إِنَّا كُنَّا غَاوِينَ
Ofii keenyaa jallanneeti isin jallifne” [jedhu]
33فَإِنَّهُمْ يَوْمَئِذٍ فِي الْعَذَابِ مُشْتَرِكُونَ
Isaan guyyaa san adabbii keessatti waliin hirmaatoodha
34إِنَّا كَذَٰلِكَ نَفْعَلُ بِالْمُجْرِمِينَ
Nuti warra badii hojjatan irratti akka kana dalagna
35إِنَّهُمْ كَانُوا إِذَا قِيلَ لَهُمْ لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ يَسْتَكْبِرُونَ
Dhugumatti, isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 33

Suuratu As-Saffat Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan guyyaa san adabbii keessatti waliin hirmaatoodha

Suuratu Aayah 33/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers