As-Saffat · 35/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّهُمْ كَانُوا إِذَا قِيلَ لَهُمْ لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ يَسْتَكْبِرُونَ ۝٣٥
Innahum kaanooo izaa qeela lahum laaa ilaaha illal laahu yastakbiroon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 33-37 — Suuratu As-Saffat

33فَإِنَّهُمْ يَوْمَئِذٍ فِي الْعَذَابِ مُشْتَرِكُونَ
Isaan guyyaa san adabbii keessatti waliin hirmaatoodha
34إِنَّا كَذَٰلِكَ نَفْعَلُ بِالْمُجْرِمِينَ
Nuti warra badii hojjatan irratti akka kana dalagna
35إِنَّهُمْ كَانُوا إِذَا قِيلَ لَهُمْ لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ يَسْتَكْبِرُونَ
Dhugumatti, isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu
36وَيَقُولُونَ أَئِنَّا لَتَارِكُو آلِهَتِنَا لِشَاعِرٍ مَّجْنُونٍ
“Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu
37بَلْ جَاءَ بِالْحَقِّ وَصَدَّقَ الْمُرْسَلِينَ
Lakki! Inni dhugaan dhufeeti ergamtootas dhugoomse
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 35

Suuratu As-Saffat Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin…

Suuratu Aayah 35/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers