As-Saffat · 52/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
يَقُولُ أَإِنَّكَ لَمِنَ الْمُصَدِّقِينَ ۝٥٢
Yaqoolu a`innnaka laminal musaddiqeen
📖 Afaan Oromoon
Kan “sila ati warra (du’a booda kaafamni akka jiru) amanan irraayii?” jedhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 50-54 — Suuratu As-Saffat

50فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ
Gariin isaanii garii irratti, gara galaniiti wal gaafatu
51قَالَ قَائِلٌ مِّنْهُمْ إِنِّي كَانَ لِي قَرِينٌ
Jedhaan isaan irraa ta’e ni jedha: “ani (addunyaa irratti) hiriyaan qaba ture
52يَقُولُ أَإِنَّكَ لَمِنَ الْمُصَدِّقِينَ
Kan “sila ati warra (du’a booda kaafamni akka jiru) amanan irraayii?” jedhu
53أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَدِينُونَ
“Sila erga duunee biyyeefi lafee (nyaatame) taanee booda kaafamnee mindeeffamnaa?”
54قَالَ هَلْ أَنتُم مُّطَّلِعُونَ
Ni jedhe: “Sila isin (ana waliin deemtanii ) gadi hin ilaaltanii?”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 52

Suuratu As-Saffat Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kan “sila ati warra (du’a booda kaafamni akka jiru) amanan…

Suuratu Aayah 52/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers