As-Saffat · 53/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَدِينُونَ ۝٥٣
A-izaa mitnaa wa kunnaa turaabanw wa `izaaman `ainnaa lamadeenoon
📖 Afaan Oromoon
“Sila erga duunee biyyeefi lafee (nyaatame) taanee booda kaafamnee mindeeffamnaa?”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 51-55 — Suuratu As-Saffat

51قَالَ قَائِلٌ مِّنْهُمْ إِنِّي كَانَ لِي قَرِينٌ
Jedhaan isaan irraa ta’e ni jedha: “ani (addunyaa irratti) hiriyaan qaba ture
52يَقُولُ أَإِنَّكَ لَمِنَ الْمُصَدِّقِينَ
Kan “sila ati warra (du’a booda kaafamni akka jiru) amanan irraayii?” jedhu
53أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَدِينُونَ
“Sila erga duunee biyyeefi lafee (nyaatame) taanee booda kaafamnee mindeeffamnaa?”
54قَالَ هَلْ أَنتُم مُّطَّلِعُونَ
Ni jedhe: “Sila isin (ana waliin deemtanii ) gadi hin ilaaltanii?”
55فَاطَّلَعَ فَرَآهُ فِي سَوَاءِ الْجَحِيمِ
Gadi millatee walakkaa jahiimitti isa arge
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 53

Suuratu As-Saffat Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Sila erga duunee biyyeefi lafee (nyaatame) taanee booda kaafamnee mindeeffamnaa?”

Suuratu Aayah 53/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers