As-Saffat · 93/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَرَاغَ عَلَيْهِمْ ضَرْبًا بِالْيَمِينِ ۝٩٣
Faraagha `alaihim darbam bilyameen
📖 Afaan Oromoon
Ergasii isaan irratti mirgaan rukuttaa irratti raawwate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 91-95 — Suuratu As-Saffat

91فَرَاغَ إِلَىٰ آلِهَتِهِمْ فَقَالَ أَلَا تَأْكُلُونَ
Ergasii inni gara gabbaramtoota isaanii maqee “sila hin nyaattanuu?” jedheen
92مَا لَكُمْ لَا تَنطِقُونَ
Maal taatanii hin dubbanne
93فَرَاغَ عَلَيْهِمْ ضَرْبًا بِالْيَمِينِ
Ergasii isaan irratti mirgaan rukuttaa irratti raawwate
94فَأَقْبَلُوا إِلَيْهِ يَزِفُّونَ
(Mushrikoonni) saffisaan gara isaa gara galan
95قَالَ أَتَعْبُدُونَ مَا تَنْحِتُونَ
(Ibraahiim) ni jedhe: “sila waanuma (ofii keessanii) boccan gabbartuu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
93Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 93

Suuratu As-Saffat Aayah 93 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii isaan irratti mirgaan rukuttaa irratti raawwate

Suuratu Aayah 93/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 91–95. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers