As-Saffat · 92/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
مَا لَكُمْ لَا تَنطِقُونَ ۝٩٢
Maa lakum laa tantiqoon
📖 Afaan Oromoon
Maal taatanii hin dubbanne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 90-94 — Suuratu As-Saffat

90فَتَوَلَّوْا عَنْهُ مُدْبِرِينَ
Isa irraa gara galanii deeman
91فَرَاغَ إِلَىٰ آلِهَتِهِمْ فَقَالَ أَلَا تَأْكُلُونَ
Ergasii inni gara gabbaramtoota isaanii maqee “sila hin nyaattanuu?” jedheen
92مَا لَكُمْ لَا تَنطِقُونَ
Maal taatanii hin dubbanne
93فَرَاغَ عَلَيْهِمْ ضَرْبًا بِالْيَمِينِ
Ergasii isaan irratti mirgaan rukuttaa irratti raawwate
94فَأَقْبَلُوا إِلَيْهِ يَزِفُّونَ
(Mushrikoonni) saffisaan gara isaa gara galan
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
92Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 92

Suuratu As-Saffat Aayah 92 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Maal taatanii hin dubbanne

Suuratu Aayah 92/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 90–94. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers