Sad · 54/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
إِنَّ هَٰذَا لَرِزْقُنَا مَا لَهُ مِن نَّفَادٍ ۝٥٤
Inna haazaa larizqunaa maa lahoo min nafaad
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kun kennaa keenyaa, dhumti isaaf hin jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 52-56 — Suuratu Sad

52۞ وَعِندَهُمْ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ أَتْرَابٌ
Dubartoota nama biraa ilaaluu irraa ija gabaabsan, kan umriin isaanii wal qixa ta’etu isaan bira jira
53هَٰذَا مَا تُوعَدُونَ لِيَوْمِ الْحِسَابِ
Kun waan guyyaa herregaatiif beellama godhamtaniidha
54إِنَّ هَٰذَا لَرِزْقُنَا مَا لَهُ مِن نَّفَادٍ
Dhugumatti, kun kennaa keenyaa, dhumti isaaf hin jiru
55هَٰذَا ۚ وَإِنَّ لِلطَّاغِينَ لَشَرَّ مَآبٍ
Kun (kan mu’uminootaati)Daangaa dabartootaaf immoo deebii hamaa ta’etu jira
56جَهَنَّمَ يَصْلَوْنَهَا فَبِئْسَ الْمِهَادُ
Jahannama ishee seenantu jiraAfatichi waa fokkate
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
54Aayah

Hiikkaa — Sad 54

Suuratu Sad Aayah 54 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kun kennaa keenyaa, dhumti isaaf hin jiru

Suuratu Aayah 54/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 52–56. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers