Sad · 55/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
هَٰذَا ۚ وَإِنَّ لِلطَّاغِينَ لَشَرَّ مَآبٍ ۝٥٥
Haazaa; wa inna littaagheena lasharra ma-aab
📖 Afaan Oromoon
Kun (kan mu’uminootaati)Daangaa dabartootaaf immoo deebii hamaa ta’etu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 53-57 — Suuratu Sad

53هَٰذَا مَا تُوعَدُونَ لِيَوْمِ الْحِسَابِ
Kun waan guyyaa herregaatiif beellama godhamtaniidha
54إِنَّ هَٰذَا لَرِزْقُنَا مَا لَهُ مِن نَّفَادٍ
Dhugumatti, kun kennaa keenyaa, dhumti isaaf hin jiru
55هَٰذَا ۚ وَإِنَّ لِلطَّاغِينَ لَشَرَّ مَآبٍ
Kun (kan mu’uminootaati)Daangaa dabartootaaf immoo deebii hamaa ta’etu jira
56جَهَنَّمَ يَصْلَوْنَهَا فَبِئْسَ الْمِهَادُ
Jahannama ishee seenantu jiraAfatichi waa fokkate
57هَٰذَا فَلْيَذُوقُوهُ حَمِيمٌ وَغَسَّاقٌ
Kuni bishaan danfaafi malaadhaa, haa dhandhamanu
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — Sad 55

Suuratu Sad Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun (kan mu’uminootaati)Daangaa dabartootaaf immoo deebii hamaa ta’etu jira

Suuratu Aayah 55/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers